2 Peter 2:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Looxii balchicha, hujii fokkisiittu worra seera malee le'uutiin farraa le'u ammoo hanbureera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama dansa ka Lutu jed'ani ch'alla baase, ka hameenni worra seera imbeenne isa gaargalche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii nama dansaa ka Loox jedhan callaa baase, ka hameennii warra seera hinbeennee isa gaargalche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Looxi qajeelaan hujii hamaa isaanii guyya guyya'aan dhagaya'aa arga'aa hennaa jiraate qajeelaa kana lubbuun isaa waan dhiphata'aa turteef, qajeelaa jiruu worra hammeeyyi'iitii fi worra adaba hin qabneen ka miidhame san yoo fayyise,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Looxi qajeelaan hujii hamaa isaanii guyya guyya'aan dhagaya'aa arga'aa hennaa jiraate qajeelaa kana lubbuun isaa waan dhiphata'aa turteef, qajeelaa jiruu worra hammeeyyi'iitii fi worra adaba hin qabneen ka miidhame san yoo fayyise,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
gocha saalifachiisaa worra seeraan alattiin guduunfata'aa ni jiraata ka ture Looxii qulqullaawomaa garuu, ni fayyiseen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Looxii balchicha, hujii fokkisiittu worra seera malee le'uutiin farraa le'u ammoo hambureera.