2 Peter 2:8 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi balchaan sun yennaa odduu isaanii le'u hujii isaanii ta seera male'ee, ta dhagguu fi dhage'uun guyyuma guyya'aan lubbuun isaa balchitiin farraa turte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani sunini jiddu worraa tae, guyya ch'ufa hameenna worraa arge d'agaye, garaani isaa hamaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dansaan sunin jidduu warraa taa'ee, guyyaa cufaa hameenna warraa argee dhaga'ee garaan isaa hammaate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
namichi qulqullaayomaan sun isaan jidduu yeroo jiraatutti waan guyyama guyya'aan ni argaa fi ni dhagaya ture gocha isaanii ka seeraan alaatiin, lubbuun isaa qulqullaayomaan ni sarddamitti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi balchaan sun yennaa odduu isaanii le'u hujii isaanii ta seera male'ee, ta dhagguu fi dhage'uun guyyuma guyya'aan lubbuun isaa balchittiin farraa turte.