2 Peter 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalota tiyya! Ergaan ani amma isiniif barreessiisatti jiru tun, ta lammeesso'oo ti. Waan kana qaabatiisaan yaada qajeelaa akka qabaattanuuf, isin kakkaasiisaaf jedhee, ergaa lamaanuu isiniif barreesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalaani tiyya, tatabeeni lameeso ta anini isanii t'aafe tana. Tatabe tana lachu keesati anini ya herega dansa isanii kennu fed'e, waan kana isani qaabsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallan tiyya, ergaan lammeessoo ta anin isanii barreesse tana. Ergaa tana lachuu keessatti anin ya herrega dansaa isanii kennuu fedhe, waan kana isan qaabsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Goshoota tiyya! Ergaan amma isinii barreessu tun ta lammeesso'ooti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Goshoota tiyya! Ergaan amma isinii barreessu tun ta lammaffa'aati. Dubbiin raattota woyyu'uun dura jedhamee ajaja Goofta'aaf qoricha keennaa akka yaadattaniif waan lamaan kana isin qaabsisa'aa onnee teessan qajeeltuu jajjabeessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waahellan! Kun ka isiniif barreessu ergaa lammaffa'aat, ergaa lamaanuu ka isiniif barreesse wonittoota kanniin yaadachu'uun yaada qajeelaa akka qabaattan, isin kakaasu'uuf jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalota tiyya! Ergaan ani amma isiniif barreessiisatti jiru tun, ta lammeesso'oo ti. Waan kana qaabatiisaan yaada qajeelaa akka qabaattanuuf, isin kakkaasiisaaf jedhee, ergaa lamaanuu isiniif barreesse.