2 Peter 3:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaan Gootta'aa ammoo akka hattu'uu dedha dhufa; guyyaa san ol-gubbaan qoonqoo guddo'oon dhidhinti; dadaan ol-gubba'aalle ibiddaan gubattee baddi; latti waan isii irra jiru duudii woliin hin baddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Guyyaani Aabbo aka hattu d'ufa. Guyya suni gubbaani iyana guddooni badde, wonti gubba jira ch'ufti gubatte hobaate, lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti imbaddi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo Guyyaan Aabboo akka hattuu dhufa. Guyyaa sun gubbaan iyyanna guddoon badde, wantii gubbaa jiraa cuftii gubatteetti hobbaati, lafaa fi wantii isii keessa jiraa cuftii baddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan Goofta'aa ammo akka hattu'uu ta'ee dimmaa dhufa. Guyyaa san samiiwwan laagaa guddaa dhageessisa'aa lufan, uumamni samii keessaa oo'a gudda'aan baqan. Lafaa fi wonti isii irra jiru maruu hin gubata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaan Goofta'aa ammoo akka hattu'uu ta'ee dimmaa dhufa. Guyyaa san samiiwwan laagaa guddaa dhageessisa'aa lufan, uumamni samii keessaa oo'a gudda'aan baqan. Lafaa fi wonti isii irra jiru maruu hin gubata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaan Goofta'aa garuu akka hattu'uu dimmaa ni dhufa, guyyaa sanitti samiiwwan qooniqqa ol aana'aan ni dabrran, umaan marrinuu ibiddaan gubatee ni bada. Arddi'ii wonittoonni isi'ii irra jiran marrinuu ni gubatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan Gootta'aa ammoo akka hattu'uu dedha dhufa; guyyaa san ol-gubbaan qoonqoo guddo'oon dhidhinti; dadi ol-gubba'aalle ibiddaan gubattee baddi; latti waan isii irra jiru duudii woliin hin baddi.