2 Peter 3:12 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona worra guyyaa dhufa Waaqaa dharra'aan eegattanuu fi worra akka inni ariifatee dhufu hujanu te'a'a. Gaafa ol-gubbaan ibiddaan gubattee baddu, dadaan marti o'aan hin baxxi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ato Guyya Waaqaa eeddanu, jabaad'a aka Guyyaani suni hurrise d'ufu — Guyya gubbaani gubatte badde, wonti gubba jira ch'ufti bat'e baddu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka guyyaan sun hurrisee dhufu, adoo guyyaa Waaqaa eeddanuu jabaadha! Guyyaa gubbaan gubattee baddee, wantii gubba jiraa cuftii baxxee baddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa gaafa dhufa Rabbii eeggata'aa dhufa isaa ariifachiisa'aa, jireenna woyyu'uun namoota Rabbii fakkaata'aa jiraadhaa'a; guyyaa san samiin gubattee baxxi; uumamni samii keessaa oo'a gudda'aan diiggaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa dhufaatii guyyaa Waaqaa hawwiin ka eeggattanii fi dadafaan'llee akka dhufuuf worra hojjattan ta'aa, guyyaa san samiin ibiddaan gubatee ni bada, uumamittoon'llee oo'a ibiddaatiin ni baqan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona worra guyyaa dhufa Waaqaa dharra'aan eegattanuu fi worra akka inni ariifatee dhufu hujanu te'a'a. Gaafa ol-gubbaan ibiddaan gubattee baddu, dadi marti o'aan hin baxxi.