2 Peter 3:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ammoo akkuma inni waadaa nu'uuf galetti, ol-gubbaa haareya, addee hujiin balchumma'aa itti hundeefantu san hin eeganna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu waan Waaqi nuu kakhate lafa hareetifi gubba hareeti d'ugani guutamte teenne eeganna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo nu waan Waaqii nuu kakate lafa haareetii fi gubbaa haareettii qajeelumaan guutamte teenne eeganna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo samii haarawaa fi ardii haarawa qajeellumma'aan akka dubbii abdi'ii kennameetitti eegganna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo samii haarawaa fi ardii haarawa qajeellumma'aan akka dubbii abdi'ii kennameetitti eegganna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
nu garuu akkaataa bu'ura abddii nuuf kennameetiin hujii qulqullaawomaa ka ittiin hojjannu, samii haarawaa fi arddii haarawa ni eegganna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammoo akkuma inni waadaa nu'uuf galetti, ol-gubbaa haareya, addee hujiin balchumma'aa itti hundeefantu san hin eeganna.