2 Peter 3:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf jaalota tiyya! Waan kana adoo eegattanuu, fuula Waaqaa duratti worra xuri'ii fi komii hin qanne teetanee jirtanuun, akka nageyaan isin dhaggu jabaadha'aa le'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi jaalaani tiyya, ato guyya suni eeddanu, jabaad'a aka fuula Waaqa durati qit'oomtani, wollaala male nagayaani isa woliini teetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf jaallan tiyya, adoo guyyaa sun eeddanuu, jabaadhaa akka fuula Waaqaa duratti qixoomtan, wallaala malee nagaan isa waliin teettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu jaalatamtoota tiyya! waan kana eeggata'aa fafaa fi mudaa malee nagayaan Rabbiin woliin akka jiraattan jabaadha'aa cimaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu jaalatamtoota tiyya, waan kana eeggata'aa fafaa fi mudaa malee nagayaan Rabbiin woliin akka jiraattan jabaadha'aa cimaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf yaa waaheloota! Kun marrinuu guyyaa itti ta'u eeggachuu irra yoo jiraattan, Gooftaa heeyibii malee yookiin ashaa malee taatanii nagayaan akka isin argatuuf, dammaqinnaan jiraadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf jaalota tiyya! Waan kana adoo eegattanuu, fuula Waaqaa duratti worra xuri'ii fi komii hin qanne teetanee jirtanuun, akka nageyaan isin dhaggu jabaadha'aa le'a'a.