2 Peter 3:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ossiis Goottaa keennaalle akka isin fayyitanuuf akka te'e beeka'a! Akkasuma obboleessi keenna jaallatamaan Phawuloosille qaruu Waaqi isaaf kenneen tanuma isiniif barreesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka obsi Aabbo keenna baafama nu tahu qaabad'a, akuma oboleesi keenna Pauloni qalbi Waaqi isaa keenneeni isaanii t'aafe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma obboleessii keenna Phaawulos qarooma Waaqii isaa keenneen isaanii barreessee akka obsii Aabboo keennaa baafama nuu ta'u qaabadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obsuun Goofta'aa fayyinna keessaniif akka ta'e beekaa'a. Akkasuma obboleessi keenna jaalatamaan Phaawuloos haguma ogummaa isaa kennameetiin isinii barreesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obsuun Goofta'aa fayyinna keessaniif akka ta'e beekaa'a. Akkasuma obboleessi keenna jaalatamaan Phaawuloos haguma ogummaa isaa kennameetiin isinii barreesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
obissuun Gooftaa keenna'llee fayyinna keessaniif ta'uu isaa beekaa, ka jaalatame obboleessi keenna Phaawulos'llee haguma ogummaa isaa kennameetiin ka isiniif barreesse kanuma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ossiis Goottaa keennaalle akka isin fayyitanuuf akka te'e beeka'a! Akkasuma obboleessi keenna jaalatamaan Phawuloosille qaruu Waaqi isaaf kenneen tanuma isiniif barreesse.