2 Peter 3:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo badhaadhaa fi beekkuma Gootta'aa fi Fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ittuma guddadha'a. Ammaa fi haga bara baraa ulfinni isaaf te'u! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eebafi hubacha Aabbo Qarqaarsa keenna Yeso Kristo keesa guddad'a. Guddinni ka isaati, ammafi hegerile! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo eebbaa fi hubachaa Aabboo fayyisaa keenna Yesus Kiristoo keessa guddadhaa. Guddinnii ka isaati, ammaa fi haga jiruu jereennaallee! Ee'e jenne
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
badhaadhumma'aa fi beekkumsa Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosiitiin guddadhaa'a. Isaaf ammallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Badhaadhumma'aa fi beekkomsa Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosiitiin guddadhaa'a. Isaaf ammallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kana irra Gooftaa keennaatii fi qoricha Yesus Kristosiin kennaa isaa ka bilisaatii fi isa'llee beeku'uun ol ol jedhaa, isaaf amma'llee, baraa baratti'llee ulfinni haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo badhaadhaa fi beekkuma Gootta'aa fi Fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ittuma guddadha'a. Ammaa fi haga bara baraa ulfinni isaaf te'u! Ameen.