2 Peter 3:2 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan dura jechoota raagoti dubbatanee fi ajaja Gootta'aa fi Fayyisaa keennaa, ka karaa ergantoota isin tajaajiltuutiin kenname akka qaabattanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi raagooti qulqullooni duri jetteefi ammalle seera Aabboofi Qarqaarsi harka ergattu isatiini isanii kenne qaabad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii raagootii qulqulloon durii jettee fi ammallee seera Aabboo fi fayyisaa harka ergamaa isaatiin isanii kennee qaabadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin raattota woyyu'uun dura jedhamee ajaja Goofta'aaf qoricha keennaa akka yaadattaniif waan lamaan kana isin qaabsisa'aa onnee teessan qajeeltuu jajjabeessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan durana nabiyyoonni Qulqulluuwwan dubbii dubbatanii fi karaa isin ergamittootaatiin ajaja argattan, ajaja Gooftaa keennaa fi Fayyisaa keennaa, akka yaadattaniif ni barbaada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan dura jechoota raagoti dubbatanee fi ajaja Gootta'aa fi Fayyisaa keennaa, ka karaa ergantoota isin tajaajiltuutiin kenname akka qaabattanu barbaada.