2 Peter 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akka bara heddu'uun duratti, ol-gubbaan jecha Waaqaatiin dadantee fi akka latti bisaan irraa fi bisaaniin hujante adoo beekanu akka hin beennee te'an.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri suni ato beekhu, waan kana dida: duri Waaqi dubbannaani lafafi gubba uumani. Lafa suni bisaani keesaafi bisaaniini uumani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii sun adoo beekuu, waan kana dida, durii Waaqii dubbannaan lafaa fi gubbaan uumamte. Lafa sun bisaan keessaa fi bisaaniin uuman,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan samiiwwan bara hedduun dura dubbii Rabbiitiin uumaman, akka laftillee bisaaniin wolitti qabatteef bisaan edduu jirtu beekanii hin hubanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan samiiwwan bara hedduun dura dubbii Rabbiitiin uumaman, akka laftillee bisaaniin wolitti qabatteef bisaan edduu jirtu beekanii hin hubanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni kunniin bara baayi'een duranatti samiin dubbii Waaqaatiin uumamuu isaa, arddiin'llee ka hojjatamitte bishaanii fi bishaaniin irraa ta'uu isaa, ta'e jedhanii ni waakkatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka bara heddu'uun duratti, ol-gubbaan jecha Waaqaatiin dadantee fi akka latti bisaan irraa fi bisaaniin hujante adoo beekanu akka hin beennee te'an.