2 Peter 3:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Biyyi lafaa ta yennaa san jirtulle, bisaaniin liqinfantee badde.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle bisaani lolatiini lafti duri badde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
bisaanumaan durii wanti lafa irra jiraa cufti bulbulamte badde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa kanaaf adunyaan hennaa san jirtu bisaaniin liqimfamtee badde.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababa kanaaf adunyaan hennaa san jirtu bisaaniin liqimfamtee badde.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyyi lafaa ka yeroo sanitti ture'llee bishaan irra garagalee ni bade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyyi lafaa ta yennaa san jirtulle, bisaaniin liqinfantee badde.