2 Peter 3:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalota tiyya, waan tokko hin dedhina'a! Goottaa birati guyyaan tokko akka woggaa kumaa ti; woggaan kumi akka guyyaa tokkoo ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan kana inded'ina, jaalaani tiyya! Waaqa durati guyya tokofi ganni kunki tokoleeni haguma taka.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallan tiyya, ammoo waan kana hindedhinaa! Waaqaa duratti guyyaa tokkoo fi gannii kuma tokkoolleen haguma takkaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo jaalatamtoota tiyya! Gooftaa biratti guyyaan tokko akka woggaa kumaati. Woggaan kumaa akka guyyaa tokkoo akka ta'e waan kana hin dagatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo jaalatamtoota tiyya, Gooftaa biratti guyyaan tokko akka woggaa kumaati. Woggaan kumaa akka guyyaa tokko akka ta'e waan kana hin dagatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waahellan! Isin garuu Gooftaa biratti guyyaan tokko akka woggaa kumaa, woggaan kumaa'llee akka guyyaa tokkoo ta'uu isaa, waan tokko kana hin dagatinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalota tiyya, waan tokko hin dedhina'a! Goottaa biratti guyyaan tokko akka woggaa kumaa ti; woggaan kum akka guyyaa tokkoo ti.