2 Samuel 1:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini d'ufe isa ijeese wonti akanatiifi anini imbeekha aka inni yo lafa d'ae ira inhamne. Jennaani anini sure isaa ta hayyu mata iraa fuud'e, harbora harka iraa yaase, amma sitiini d'ufe, aabbo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee haga kufeen maayii akka hin hafne argee irra dhaabadhee ajjeese; gonfoo mataa isaa irraa; bitoo harka isaa irra jiru fuudhee garana gara gooftaa kiyyaa fideera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni jigeen duuba akka hin hanne ani waan beekeef isa ijjeese; kallacha mataa isaa irra jiruu fi irmuura harka isaa irraa baasee kunoo si goottaa kiyyaaf fideera» jedhe.