2 Samuel 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini jara isaa keesa nama toko yaame, kooti isaa ijeesi! jed'eeni. Jennaani namichi namicha Amaleki kaani woraane ijeese,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawiti worra isa woliin jiru keessaa tokko waamee, «Ajjeesi» jedhee ajajeen; inni hin dhayeen namichillee hin du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti namoota ifii keessaa nama tokko waamee, «Dhaqiitii, isa dhowii ijjeesi!» jedhe; innille isa dhowee ijjeese.