2 Samuel 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Sumati dua tana ufitini d'ufe. Afaanuma keetiini atini, hayyu AABBO Waaqi muude anumati ijeese jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Nama Rabbi dibe ajjeeseera jettee afaan keetiin waan ufitti raddeef, ufitti murteessiteerta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille isaan, «Ati, ‹Ani nama Mootiin Waan Maraa muude ijjeeseera› jettee afaanuma keetiin dhugaa waan baateef, du'a keetiif si'umatti itti gaafatama» jedhe.