2 Samuel 1:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini Saulofi ilma isa Yonathani faaru taanaani faarse bohe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti waan Saa'olii, waan ilma Saa'olii waan Yoonaata'aa faaruu gaddaa kana faarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti marroo Saa'oliitii fi marroo ilma isaa Yonaataanii gaddee faarse.