2 Samuel 1:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
faaru tana worra Yuda ch'ufa ha barsiisani jed'e. (Faaru suni kitaaba Yashari keesati t'aafani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Yihuuda'aallee akka barsiisan ajaje; faaruun kun kitaaba yaashaarii keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Faaruu gaddaa ta daayaa tana kolbaa Yihuda'aa akka barsiisanu ajaje; faaruun gaddaa tun kitaaba, «Yaashaar» jedhamu keessatti barreeffanteerti.