2 Samuel 1:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gathi keesati inodeesina, dira Askaloni keesati namati inhimina. Nad'eeni Filisti ingammachisina, dubra worra Waaqa imbeenne gammadu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonni Filisxeemii akka hin gammanne, dubartoonni worra Yihuudii hin taanee akka hin ililfanne, oduu kana Geetiin keessatti hin odeessinaa'a; raasaa Asqaloona'aatitti hin labsinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana qachaa Gaatii keessatti hin odeessina'a; karaa qachaa Ashiqalonii keessatti hin lallabina'a. Durri Filisxeemotaa hin gammadin; durri worra haqanqabaa hin qabatinii hin firinxiixin.