2 Samuel 1:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saulofi Jonathanini nama dadansa jaalatani; duafi jireennale wolumaani jirani; worri rissa ira qolchaa, nyeench'a ira jaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Saa'olii fi Yoonaataan wonti wol ta'aniif waan wol jaalataniif; jireennaa fi du'a isaaniitiin adda hin fooyamne, bajjaan caalaa ariifatan; leenca caalaa jajjaboota turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Saa'olii fi Yonaataan yennaa lubbu'uun jiranu, worra jaalatamee fi worra jajame; yennaa du'anulle gargar hin baane. Isaan risaa caalaa worra ariifatu, neenqa caalaa worra jajjaba.