2 Samuel 1:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleesa kiyya Yonathani, anini sii boha; anini guddo si jaalad'e, jaalalti atini na jaalate waan nami aka imbeenne, jaalala nad'eeni nama jaalatule inch'aalti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Obboleessa kiyya Yoonaataa! ani waan keetiif guddisee gadde; ati anaaf jaalalloo turte jaalala guddaa naa qabda ture; jaalalli kee jaalala dubarti'ii caalaa gudda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee obboleessa kiyya Yonaataan, ani si'iif gadda. Ati naaf jaalatama'a; jaalalli ati naaf qaddu ka maade'ee ti; jaalala dhiirti dubartootaaf qaddu caala.