2 Samuel 1:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni me, Waan tahe nati odeesi. Namichi waan jed'eeni, Askartini teenna nyaapa baqatte, nama keenna hedu fit'ani, Saulofi ilma isaa Yonathanile ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Mee waan ta'e natti himi» jedheen. Innillee, «Loltoonni teenna hulee lolaatii hin dheessan; namoota keenna keessaa nama heddutu du'e; Saa'olii fi ilmi isaa Yoonaataanillee du'aniiran» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille, «Maanti maan te'e ree?» jedhee gaafate. Innille, «Namooti lola keessaa baqataneeran; nami bacaan du'eera; Saa'olii fi ilmi isaa Yonaataanille du'aneeran» jedhe.