2 Samuel 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Atini aka Saulofi Yonathani ijeesani maanini beeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee gurbicha oduu fideen, «Saa'olii fi ilmi isaa Yoonaataan akka du'e attamitti beette?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti, «Saa'olii fi ilmi isaa Yonaataan akka du'ane ati attam beette?» jedhee dargaggeessa oduu isatti hime san gaafate.