2 Samuel 1:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan nani jed'e, Kooti, na ijeesi, anini guddo madae dandami inqabu diquma inch'ichini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, ‹Ani du'uuf gaggabeeraa; lubbuun tiyya haga ammaa na keessa jirti, na irra dhaabadhuutii na ajjeesi!› naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni anaan, ‹Ani farra guddoo keessa galee, du'uu geyeera; lubbuun tiyya ammoo na keessaa hin baane, koyii na ijjeesi› jedhe.