2 Samuel 10:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Nahashonini hayyuuni Amoni due jennaani ilmi isaa Hanunini fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootiin Amoonotaa duunaan ilmi isaa Haanoon bakka isaa mooye;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba mootiin Amoonotaa duunaan, ilmi isaa Hanuun addee isaatitti mootii te'e.