2 Samuel 10:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaa jabaad'i nama keennafi dira Waaqi keenna nuu kenne nyaapa hanne iraa d'owarra. Fed'iini AABBO Waaqa ha taatuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu jabaadhu banii keennaa fi qachaa Rabbii keennaatiif haa jabaannuu; eeganaa wonti maruu akka fedha Rabbii haa ta'u!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jabaadhu! Kolbaa teennaa fi qachoota Waaqa keennaatiif jannuma'aan lolluu ti. Mootiin Waan Maraa waan isa duratti dansaa te'e hin godha» jedhe.