2 Samuel 10:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hadadezerini askarti Shamu ta galaana Efraititini ila boru jirtu ta Shobakini nami gudda askarti isaa ch'ufa iti mata, gayaame worri Helamuti isati d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Suuba'aa Adir'aazar worra Sooriya'aa ka gara baya biiftu'uutiin jiraniititti ergee; isaanillee Soobaaki ajajaan loltoota Adir'aazarii gara Eelaamii dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Hadaad-Ezer namoota ergee worra Sooriya'aa ka laga Efraaxiisiitiin gama jiranu akka fidanu godhe; isaan Shofaakii ajajaa loltoota Hadaad-Ezeriitii sooreffamanee gara qachaa «Helaam» jedhamuu dhaqane.