2 Samuel 10:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan kana d'ageennaani, askarti Israeli ch'ufa wolti baase, galaana Yordani taake, had'iisaa Helemu d'ufe, fulla askartini Shamu ch'ibra teetu. Jennaani worri lachu had'iisaa hirba wolti kaachise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti haga waan kana dhagaye loltoota Israa'elii maraa wolitti qabee laga Yoordaanosii ceeyee gara hulee worri Sooriya'aa itti quphateeru Eelaamiin dhaqe; worri Sooriya'aa ka'anii Daawitiin lolan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti tana yennaa dhage'e, Israa'eloota mara wolitti qabee, Yordaanos gamatti bu'anee bayanee gara qachaa, «Helaam» jedhamu sanii dhaqane; worri Sooriya'aa hiriiranee Daawiti lolane;