2 Samuel 10:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli worra dabsate baase, Daudifi worri Israeli askarti Shamu nama d'ibba torba, ka gaari fardi hirkisuni yaatufi askarti farda nama kuma afurtama hobaasani, ammalle shobaki nama gudda askarti Shamule woraanani, artumati ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worri Sooriya'aa isaan jalaa dheessan; Daawiti worra Sooriya'aa harkaa konkolaataa fardaa dhibba torbaa fi worra farda yaabbatan kuma afurtama ajjeesee; ajajaa loltootaa Soobaakiinillee dhayee achumatti ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
te'uu malee Israa'eloota duraa baqatane; Daawiti namoota isaanii keessaa worra garreettaa fardaan harkifamu oofu dhibba torbaa fi loltoota miilaa kuma afurtama ijjeese; inni ajajaa loltoota isaanii Shofaakille ijjeese.