2 Samuel 10:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani jaaroleeni Amoni waan hayyuuni jette, Atini waan d'uguma Daudini ulfinna abba kanketitifi lubbu isaa iraa hafi jed'a jara kana siti erge seta? Akasiniti, insobamini! Inni aka dooyate hegeri dira kana balleesuufi worra kana gadi erge!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Bulchoonni Amoonotaa mootii Haanooniin wonti Daawiti namoota kanniin ergeef abbaa kee kabajju'uuf si woliin waan gaddu sitti fakkaataa? sirimaa akkas sitti hin fakkaatin; inni namoota kanniin wonti ergeef qachattii irratti balaa buusu'uuf akka isaa tolu gaadu'uufii mii?» Jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qondaaltoti Amoonotaa goottaa ifii Hanuuniin, «Daawiti namoota ergee si jajjabeessiis, du'a abbaa keetiitiif gaddee seetaa? Namooti inni erge qachaa akka qorqoranee, dooyanee akka balleessanuuf motii?» jedhane.