2 Samuel 10:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hanunini worra Daudini erge suni qaqabe, areeda worraa gama toko iraa haade, woya worraa hid'aanati iraa ch'ire worraa, ufira galche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haanoon garboota Daawiti erge qabee areeda cinaa tokkoo haadee uffata isaan uffataniiran haga mudhi'ii hulee lamatti biinxee isaan ari'e;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Hanuun namoota Daawiti erge san qabee areeda isaanii ka gara tokkoo irraa haadisiise; woyaa isaaniille haga hidha isaaniititti irraa cirsiisee isaan ari'e.