2 Samuel 10:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini qonqo suni d'ageennaani nama fuula keesa worra erge maro worri ch'eeraa galu dad'abeefi inni iti d'aame waan jed'eeni Yerikoti hafa, haga areedi isaani bahuti achi taa, duuba eegi suni koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaan gara manaa galuu waan saalfataniif garboota isaanitti ergee haga areenni isaanii bawuuf akka hin gallee Iyyaarikoo keessa akka turan isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti oduu tana yennaa dhage'e, namooti guddoo waan fokkifataneeranuuf, «Haga areedi keessan latutti Yerikoo tura'aatii, achiin duuba deebi'a'aa kowa'a» jedhee namoota isaanitti erge.