2 Samuel 10:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoabuni aka nyaapi durafi duubaani isaa marse arge jennaani askarti Israeli nama jajaba file, duula worra Shamu kaani duraani d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab akka diintonni isaa afo'oo fi duubaan isa marsan haga arge, loltoota janna ta'an Israa'eliin keessaa filee worra Sooriya'aa afoo hulee isaanii ta'uun isaan ramade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab duraa fi duubaan loltoota diinaatiin akka marfame yennaa dhagge, loltoota Israa'elii keessaa loltoota gootota filee worra Sooriya'aa akka lolanuuf erge.