2 Samuel 11:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini aka Uriani ingaliini d'agae jennaani waan jed'eeni, Atini guddo worra kanke iraa turte, malifi ingaliini?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti akka Ooriyoon gara mana ufii hin galle hennaa dhagaye hennaa dheera'aaf maati'iin adda baatee amma deebi'aarta wonti ati amma gara mana keetii hin deemneef maali'i?» jedhee gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Uriiyaan gara mana ifii akka hin deenne Daawititti yennaa himane, Daawiti isaan, «Ati karaa fago'oo dhuttee motii? Maaf gara mana keetii hin deemin?» jedhee gaafate.