2 Samuel 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini waan jed'eeni, Yoosi ara armuma ooli, bori keesa si deebisa. Guyya sunifi boriyyale Uriani Yerusalemu keesa oole.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee Ooriyooniin, «Adha na bira ooli; boru si geegessaa» jedheen; kanaaf Ooriyoonillee guyyaa sanii fi halkan san Yerusaalemiin keessa bule.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti isaan, «Ani boru si geegessaatii, adha asuma buli!» jedhe; maarre Uriiyaan guyyaa sanii fi guyyaa itti aanulle achuma Yerusaalem keessa ture.