2 Samuel 11:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini golola isa yaame, farso iti guure macheese; ammo Uriani halkani sule galu dide fulluma askarti achi eeddu woya afate rafe!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Ooriyooniin hurbaata affeereenii akka machaayu daadhii woyini'ii obaase; halkan san Ooriyoon mana mootumma'aa ka loltootaa keessa uffata affatee rafe garuu gara mana ufii hin galle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti Uriiyaa waamee, isa woliin nyaatee unee akka inni machowu godhe; galgala ammoo Uriiyaan dhaqee odduu tajaajiltoota goottaa ifii afinaa ifii irra bule malee gara mana ifii hin deenne.