2 Samuel 11:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni hegeri dallane, Isani maanifi akasi dirati d'iaatani worra haatani? jed'e si gaafata? Yokhaani isani aka worri dallaa ira ch'iise t'iyaani isaani had'u imbeetani? sini jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi aaree akkana siin jechuu danda'a; ‹Isaaniin lolu'uuf gara qachatti'ii maaf dhiyaattan? Dallawa irra dhaabatanii akka buundhe'een isin darbatan hin beennee?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mootichi aaree bobe'ee, ‹Isin lolaaf maaf akkana gara qacha'aa dhikaattane? Dalleya qacha'aa gubba'aa daaya akka isinitti gad lakkisanu hin beettanuu?