2 Samuel 11:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani aka Abimeleki ilma Gideoni ijeesani inqabattani? Ka Thebesiti niitiini d'akha daakhu dallaa ira iti gadi d'iifte ijeefte. Isani maafi akasi dallaa d'iaatani yoosi? Yoyu hayyuuni dubbi akana si gaafate waan jettuuni, askarticha kanke Uriale yayu ijeesani jed'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucaan Gedewoonii Abemelek attamittti akka du'e hin beettanii? isa hulee Teebeexi jedhamee waamamutti intalti takka majje'een gamoo irraa darbattee ajjeefteen; eeganaa isin wonti gara dallawaa dhiyaattaniif maali'i?› jedhee mootichi yoo si gaafate ‹ajajaan loltoota keetii Ooriyoon du'eera› jedhii itti himi.» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma Yeruu-Besheetii Abiimelek eentu ijjeese? Dubartii takkatti dalleya dhaka'aa irraa ilmaachuu daaku'uu darbattee qachaa Tebezitii keessatti isa ijjeettee motii? Isin maaf dalleya dhaka'aa sanitti akkana dhikaattane?› jedhee yoo si gaafate, ati deebisiitii, ‹Tajaajilaan keeti nami biyya Heetii Uriiyaalle du'eera› jedhii itti himi» jedhe.