2 Samuel 11:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi ergani kaani gara Daudi d'aqe, waan Yoabuni jed'e ch'ufa iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan ergamaan ka'ee deemee waan Iyyoo'aab ajajeen maraa Daawititti hime;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nami ergame sun dhaqee, yennaa achi geye, ergaa Yo'aabii mara Daawititti hime.