2 Samuel 11:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'e, Nyaapi guddo nura irre qaba, dira keesa gadi baafate diidati nu had'e, ammo nuleeni haane fulla dirati worra deebimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan Diintonni keenna nutti jabaataniif nuun lolu'uuf qacha'aa bayanii gara dirree lolaa dhufan; nu ammo isaan ariinee gara balbala dallawa dhaga'aa deebifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ergame sun Daawitiin, «Diinoti keenna nutti jabaatanee, nu loliisaaf haga diidaa dhufaneeran; nuuti ammoo haga seensuma karra qacha'aa isaan ariinee deebinne.