2 Samuel 11:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri dallaa irani t'iyaani nu had'e, akanaani nama askarti tante haga gari ijeese, Uriale ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa dallawa dhaga'aa irra taa'anii buundhe'een nu darbatan; mootii'i! ajajoota loltoota keetii keessaa hennaa san namoonni hagoon hin du'an; garbichi kee Ooriyoonillee hin du'e.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri daayaan lolu dalleya dhaka'aa irraa tajaajiltoota teeti irratti daaya gad lakkisanee tajaajiltoota mootichaa keessaa garii ijjeesane; tajaajilaan keeti nami biyya Heetii Uriiyaalle du'eera» jedhe.