2 Samuel 11:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan namicha erga d'ufeeni jed'e waan atini Yoabuni jettu wonti kunini garaa siiyakini, woraani nama keesaa infilatu, kama iti gabahe ijeesa. Dira suni aka jaba had'i balleesi garaa jabaad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti namicha ergame sanniin Iyyoo'aabitti «Lola irratti jalqaba namni du'u waan hin beekkamneef ‹Hin sodaatinii jabaadhu› jedhiin; akka hin aarrellee itti himi; siri'ii hunna ufii jabeeffatee balaa buusu'uun qachattii akka qabatu itti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille nama ergamee dhufe saniin, «Yo'aabiin, ‹Lola keessatti eennutti akka du'u dursanee waan hin beenneef, ati tanaan hin gaddiniitii jabaadhu. Hunna teeti jabeeffadhuutii, qachaa san lolii balleessi› jedhii isa jajjabeessi» jedhe.