2 Samuel 11:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini qonqo Yoabuti erge. Waan jed'eeni, Uria, namicha gosa Hiti kaani na gadi ergi. Duuba Yoabuni isa Dauditi erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawiti, «Ooriyoonii Hitaayicha gara kiyya ergi» jedhe; Iyyoo'aabillee Ooriyooniin gara Daawitii erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti Yo'aabiin, «Uriiyaa nama biyya Heetii gara kiyya ergi» jedhee dhaansa itti erge; Yo'aabille isa gara Daawitii erge.