2 Samuel 12:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi raaga Nathani jed'ani Dauditi erge. Inni gara isaa d'ufe waan jed'eeni, Duri nama lamati jira, ka dira taka galu; toko dureesa, kaani hiyyeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Naataanii raatticha gara Daawitii erge; Naataan gara Daawitii dhaqee, «Namoota lamaan qachaa tokko keessa jiraatantu ture; isaan keessaa tokko dureessa; tokko ammo hiyyeessa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa raagicha Naataan gara Daawitii erge; Naataan gara Daawitii dhufee, «Namooti lama qachaa tokko keessa le'anu jiraniiyyu; isaan keessaa tokkochi dureessa, kuun ammoo hiyyeessa.