2 Samuel 12:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba tanaafi amma armaa achi woraani worraa keesani keesa imbahu, waan atini na tufate dubbi tiyya lakifte niiti Uria fud'ateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu na diqqeessitee haadha manaa Ooriyo'oo ta gosa Hiitotaa akka haadha manaa tee taatu waan fuuteef baraa haga bara baraa mana kee keessaa woraanni hin dhabamu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati na tuffattee niitii Uriiyaa nama biyya Heetii fuutee niitii keeti godhatteerta; tanaaf haga bara baraa shallaagaan sanyii teeti irraa hin fagaatu› jedha.