2 Samuel 12:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro atini kara kanaani AABBO Waaqa akana tufateefi, ilmeeni atini d'alte indooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu waan yakka kana hojjattee Rabbiinillee tuffatteef mucaan sii dhalate hin du'a.» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee ati tana godhiisaan diinoti Mootii Waan Maraa akka isa tuffatanu waan gooteef, ilmi si'ii dhalate hin du'a» jedhe.