2 Samuel 12:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya torbeeso daimi sunini due jennaani hojattuuni Daudi sodaa isati himu dad'abde waan jed'ani, Daudini gaafa gurbaani jiru nu jala indubbatu, duuba nu akami amma dandeenne, ilmi kanke ya due jenne iti himna? Inni hegeri ufi fa ijeesa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa torbeesso'ootitti daa'imni hin du'e; hojjattoonni isaa hennaa daa'imni lubbu'uun jiru waan itti himnu nuu hin dhageenne; amma yoo akka daa'imni du'e itti himne atta ta'inna? waa uf godha!» jedhanii du'a daa'imaa itti himuu sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torbeesso'oo mucaan du'e; tajaajiltooti Daawitii, «Mucaan adoo jiruu waan nuuti isatti hinne Daawiti hin dhageenne; amma mucaan akka du'e attam Daawititti himuu dandeenna ree? Inni ifi miidhuu dande'a» jedhanee mucaan akka du'e Daawititti himuu sodaatane.