2 Samuel 12:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini aka worri wolti hasasu arginaani aka gurbaani due hubate, Gurbaani ya due? jed'e gaafate. Ee, yayu due jed'aniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti hasaassii hojjattoota ufii haga dhagaye akka daa'imni du'e beekee hojjattootaan «Daa'imni hin du'ee?» isaaniin jedhe; isaanillee «Ee hin du'e» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti tajaajiltooti isaa wolitti hasaasaa dubbattuun dhage'e; mucaan akka du'e beekee, «Mucaan du'ee?» jedhee gaafate; Isaanille, «Eeti'i, du'eera» jedhanee deebisane.