2 Samuel 12:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni isaa waan jetteeni, Gaafa gurbaani jiru boote sagale nyaachu didde, ammo akuma inni dueni lafaa kaate sagale nyaate; nu waan kanke yayu hubachu dad'amne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoonni isaa «Wonti ati goote kun maali'i? hennaa daa'imni lubbu'uun jiru, waan isaatiif soomtee boottee Rabbiin kadhatte; haga daa'imni du'een maayessa garuu kaatee xoroshoo nyaatte!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti isaa, «Mucaan adoo jiruu laantee isaaf bootte; mucaan du'een duuba kaatee sagalee nyaatte; ati maaf akkana goote?» jettee isa gaafatte.