2 Samuel 12:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'e, Wonti gaafa gurbaani jiru anini bohe sagale nyaachu dideefi, waan AABBO Waaqi hegeri naa nahe gurba suni duu d'owu sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Hennaa daa'imni lubbu'uun jiru, akka Rabbi naa araaramu daa'imallee akka naa fayyisu, yaadee soomee booyuun kiyya dhuga'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille deebisee, «Mucaan adoo jiruu, ‹Eentu beeka? Mootiin Waan Maraa gadhaa naaf laafee mucaa hin hambura fa'a› jedhee laamee daadimadhee bowe.